Acts 14:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloosii fi Baarnaabaas yennaa tana beekane, gara qachoota lafa Liqaa'oniya'aa ka Lisxira'aa fi Derbee jedhamanuutii fi biyya adaala sanii baqatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ergattuuni waan kana d'ageennaani, haga Listrafi Derbe, dira lamaani toko, ka lafa Likaonia keesa jiruufi lafa iti aantule iti baqatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamtootii waan kana dhageennaan, gara Lisxiraa fi Derbee, dira lamaan tokko, ka lafa Liqaa'oniyaa keessa jiruu fi lafa itti aantuulleetti baqatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaan ammo beekkatanii gara qachoota Liqa'ooniya'aa ka Lisxira'aa fi Darbeen jedhamtuu gara biyya naannoo isaanii dheessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo beekkatanii gara qachoota Liqa'ooniya'aa ka Lisixira'aa fi Darbeen jedhamtuu gara biyya naannoo isaanii dheessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulosii fi Barnaabaas yeroo kana beekanitti, Lisxiraa fi Darbee gara ta jedhamttuu gara magaalota Liqaaonya'aatii fi gara biyya naannoo isaanii jiranii dheessanii ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloosii fi Baarnaabaas yennaa tana beekane, gara qachoota lafa Liqaa'oniya'aa ka Lisxira'aa fi Derbee jedhamanuutii fi biyya adaala sanii baqatane.