Acts 14:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qachaa Lisxira'aa keessa namichi miilli isaa naafateeru tokko jiraayyu; inni guyyaa dhalateenuu jalqabee fafa waan te'eef, miila ifiitiin deemee hin beeku.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla Listra nama tokoti jira, ka haga d'alate dandae olinkaane, ka miili naafa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa Lisxiraa sun namicha miila naafa ka haga dhalatee danda'ee olhinkaane, tokkotti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lisxiraa keessatti namicha lutti isaa naafate ka urga dhalate irraa jalqabee hokkolu ka horomaa luka ufiitiin deemee hin beennetu achi taa'a'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lisxiraa keessatti namicha lutti isaa naafate, ka urga dhalate irraa jalqabee hokkolu ka horomaa luka isaatiin deeme hin beennetu achi taa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lisxira'atti nama miilli isaa laamshaye tokkotu ture, naminni kun yeroo dhalatee jala qabee laamshoo waan tureef miila isaatiin deemee hin beeku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Lisxira'aa keessa namichi miilli isaa naafateeru tokko jiraayyu; inni guyyaa dhalateenuu jalqabee fafa waan te'eef, miila ifiitiin deemee hin beeku.