Acts 14:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi kun achi tee'ee waan Phawuloos jedhu dhage'aa ture. Phawuloos namicha hubatee ilaalee, dhugeeffannaa isa fayyittu akka inni qabu yennaa dhagge,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Paulo dubbatu d'ageennaani, Pauloni isa sonaani ilaale, aka inni d'ugefacha fayyifamuuni qabu arge,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii achii taa'eetti waan Phaawulos dubbatu caqasuu jira, jennaan Phaawulos ila itti qabee isa laalee, akka innii dhugeeffachaa fayyifamuun qabu argee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kunillee hennaa Phaawuloos dubbatu caqasa'aa ture. Innillee fayyu'uuf akka inni amantaa qabu hennaa arge,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni kunillee Phaawuloos hennaa dubbatu caqasa'aa ture. Innillee fayyu'uuf akka inni amantaa qabu hennaa arge,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kun Phaawulos yoo dubbatutti taa'ee ni dhageeffata ture, Phaawulos'llee namicha guutatee laaleeti, amantii fayyu'uun isa gayu akka qabu yeroo argetti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi kun achi tee'ee waan Phawuloos jedhu dhage'aa ture. Phawuloos namicha hubatee ilaalee, dhugeeffannaa isa fayyittu akka inni qabu yennaa dhagge,