Acts 15:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri gariin biyya Yihuda'aa irraa gara Anxokiya'aa dhufee, “Akka Seerri Muuse'ee ajajutti haqanqabaa yoo qabatane malee, fayyuu hin dandeettanu” jedhaa dhugeeffattoota barsiisuu jalqabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yudea toko d'ufe oboleyaani barsiise waan jed'eeni, Yo isani aada Musa gula qabanqaba qabattani male, baafamu indandeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii tokko Yihudaa gara Anxokiyaa dhufee, “Isan yo akka aadaa Muusee gula qabaanqabaa qabattan malee, baafamu hindandeetan” jedhee obboleeyyan dhugeeffatte barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni gari gariin Yihuuda'aa gad bu'anii, «Akka seera Muuse'eetitti yoo hin gadoomne fayyuu hin dandeettan» jedha'aa obboleewwan barsiisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gari gariin Yihuuda'aa gad bu'aniiti, «Akka Seera Muuse'eetitti yoo hin gadoomne fayyuu hin dandeettan» jedha'aa obboleewwan barsiisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni tokko tokko Yihuda'aa gara Anxokiyaa deemanii, «Akkaataa Seera Muse'ee kennameetiin yoo hin gadoomin fayyu'uuf hin dandeettan» jedha'aa amanttoota barsiisuu jala ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gariin biyya Yihuda'aa irraa gara Anxokiya'aa dhufee, «Akka Seerri Muuse'ee ajajutti haqanqabaa yoo qabatane malee, fayyuu hin dandeettanu» jedhaa dhugeeffattoota barsiisuu jalqabe.