Acts 15:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuutille akkuma isaanii, badhaadha Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin akka fayyine hin dhugeeffanna” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nuleeni akuma worraa aka eeba Aabbo Yesotiini baafamnu d'ugefanna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nulleen akkuma warraa akka eebba Aabboo Yesusiitiin baafamnu dhugeeffannaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo badhaadhummaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin akkuma isaanii akka fayyinu hin amanna.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo badhaadhummaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin akkuma isaanii akka fayyinuu hin amanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'llee ka fayyinnu akkuma isaanii san, kennaa bilisaa ka Gooftaa Yesusiitiin ta'uu isaa ni amana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuutille akkuma isaanii, badhaadha Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin akka fayyine hin dhugeeffanna» jedhe.