Acts 15:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan dubbatanee fixataneen duuba Yaaqoob deebisee, “Obboleeyyan tiyya, na caqasa'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dubbi buufate jennaani Yakoboni waan jed'e, D'iiro oboleyaani na ch'aqasa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dubbii afaanii buufatee jennaan Yaaqoob ka'ee, “Dhiiroo obboleeyyan tiyya, na caqasaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga isaan cadhisaniin maayessa Yaaqoob akkana jedhee deebise, «Obboleewwan tiyya! na dhagayaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga isaan cadhisaniin maayessa Yaaqoob akkana jedhee deebise, obboleewwan tiyya na dhagayaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan dubbatanii eegaa geessaniin duubatti, Yaaqoob akkana jechu'uun ni deebise, «Yaa obboleeyyan! Mee ana dhageeffadhaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dubbatanee fixataneen duuba Yaaqoob deebisee, «Obboleeyyan tiyya, na caqasa'a!