Acts 15:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Kanaan duuba ani hin deebi'a; mana Daawwitii ka jige hin ijaara; diigama isaalle deebisee ijaaree, adde'etti hin deebisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana anini deebie, Mana Daudi ka lafati jige ijaara; ammalle hoofa deebie olqabe, maro lameeso ijaara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Armaan duuba anin indeebi'a, Hayyuummaa Daawit ta jideellee hinjaara; hoosaallee deebiseetti jaara, oliqajeelchaalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Achiin maayii namoonni hafanii fi worri maqaa kiyyaan waamaman; worri Yihuudii hin taane maruu Gooftaa soqu'uuf hin deebi'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Achiin maayii namoonni hafanii fi worri maqaa kiyyan waamaman worri Yihuudii hin taane maruu Gooftaa soqu'uuf hin deebi'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Kanaan duubatti ni deebi'a, Mana Daawiitii ka jige'llee ni ijaara, ka diigame'llee supphee deebisee ni dhaaba,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Kanaan duuba ani hin deebi'a; mana Daawitii ka jige hin ijaara; diigama isaalle deebisee ijaaree, adde'etti hin deebisa.