Acts 15:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kun duriin jalqabee ka beekkameeru’ jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni, ka duri waan kana ch'ufa nama beesise akana jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboon, ka durii waan kana cufaa nama beesise’ akkana jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dur irraa jalqabee hujiin maruu Rabbiin afo'otti ka beekkame.›
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dur irraa jalqabee hujiin maruu Rabbiin afo'otti ka beekkame.›
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Duri irraa jalqabee kana maraa ka beekisise› ani Waaqinni akkana ni jedha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun duriin jalqabee ka beekkameeru› jedhu.