Acts 15:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Duriin jalqabee Seerri Muuse'ee sanbata mara Mana Waaqeffannaa Yihudootaatitti dubbiffameeraayyu; Jechi isaalle qachaa duudii keessatti lallabama” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Musani haga duriiti nama dubbi isaa hasau qaba, dira ch'ufa keesa; ammalle guyya Sabato ch'ufa maneeni Waaqa iti kad'atani keesati soomani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Muuseen haga duriitii, dira cufa keessaa nama dubbii isaa haasa'u qaba; ammallee guyyaa Sambataa cufaa manneen waldeennaa keessatti dubbiisan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen dhaloota duraa irraa jalqabee Sambata Sambata mana sagada Yihuudotaatitti hennaa dubbisan qachaa maraa keessattuu worra seera isaa lallaban» hin qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseen dhaloota duraa irraa jalqabee Sambata Sambata mana sagada Yihuudotaatitti hennaa dubbisan qachaa maraa keessattu worra seera isaa lallaban» hin qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Durima irraayyuu jalaqabee seerri Muse'ee Sanbbata marattuu bakka wolgayiiwwan isaanii titti ni dubbifama ture, dubbiin Waaqaa'llee magaalaa marattuu ni lallabama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duriin jalqabee Seerri Muuse'ee sanbata mara Mana Waaqonfannaa Yihudootaatitti dubbifameeraayyu; Jechi isaalle qachaa duudii keessatti lallabama» jedhe.