Acts 15:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nu keessaa worri gariin adoo nuuti isaan hin ajajin, gara keessan dhufanee, dubbii isinitti himaneen akka isin rakkisanee fi yaada keessan raasane dhageenneerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu aka jari armaa yae toko dubbini isani gaargalche lubbu teesani yaku fed'e ya d'ageenne; ammo nu seera akana kana worraa inkennine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka jarii armaa yaa'e tokko dubbiin isan gaargalchee hafuura keessan yakkuu fedhe ya dhageenne; ammoo nu seera akkanaa kana warraa hinkennine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni uduu nu isaan hin ajanye nu biraa ka'anii, «gadoomtanii seera Muuse'ee eegu'utu isin barbaachisa» jedha'aa yaada keessan booreessa'aa dubbi'iin akka isin raasan waan dhageenneef,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni uduu nu isaan hin ajanye nu biraa ka'anii gadoomtanii seera Muuse'ee eegu'utu isin barbaachisa jedha'aa yaada keessan booressa'aa dubbi'iin akka isin raasan waan dhageenneef,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u keessaa namoonni tokko tokko uduu nu'u isaan hin ajajin gara keessan dhufanii, dubbii isinitti himaniin akka isin hin rakkisanii fi dubbii isinitti bitaa akka taasisan dhageennee jirra,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nu keessaa worri gariin adoo nuuti isaan hin ajajin, gara keessan dhufanee, dubbii isinitti himaneen akka isin rakkisanee fi yaada keessan raasane dhageenneerra.