Acts 15:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf wolitti qabanneen duuba, ifi keessaa namoota foonee, jaalota keenna Baarnaabaasii fi Phawuloos woliin gara keessan ergiisaaf wolii galleerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu garaa tokooni wolwoldeenne, aka nama fohanne jaalaani teenna Barnabafi Paulo woliini isaniti erginu buufanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu garaa tokkoon walit dhumnee, akka nama foohannee, jaallowwan teenna dadansaa Baarnaabaasii fi Phaawulos waliin isanitti erginu walii gallee buufanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Goofta'aa, waan maqaa Yesuus Kiristoosiitii fi worra lubbuu ufii kennan worra jaalannu Baarnaabaasii fi namoota Phaawuloosiin woliin filataman,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan Goofta'aa, waan maqaa Yesuus Kiristoosiitii fi worra lubbuu isaanii kennan worra jaalannu Baarnaabasii fi namoota Phaawuloosiin woliin filataman,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaaf bakka tokkotti yoo woligeenneen duubatti ergamoota filannee, obboleeyyan keenna jaalatamoota Barnaabaasii fi Phaawulosiin woliin, gara keessan isaan ergu'uuf wolii ni galle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf wolitti qabanneen duuba, ifi keessaa namoota foonee, jaalota keenna Baarnaabaasii fi Phawuloos woliin gara keessan ergiisaaf wolii galleerra.