Acts 15:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Woma nuuti barreessine, afaan isaaniitiin akka isinitti himanuuf, Yihudaa fi Siilaas isinii ergineerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nu Yudafi Sila ergine, aka afaani ufitiini isaniti himani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf nu akka ergaa isanii barreessan afaan ufitiin isanitti himan, Yihudaa fi Siilaas isaniitti ergine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee akkasuma afaanuma ufiitiin woma san akka isinitti himan Yihuuda'aa fi Sillaasiin ergineerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee akkasuma afaanuma ufiitiin woma san akka isinitti himan Yihuuda'aa f Sillaasiin ergineerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isiniif barreesine afaaniin'llee dabalataan isi'itti akka himaniif, Yihudaa fi Siilaasiin erginee jirra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woma nuuti barreessine, afaan isaaniitiin akka isinitti himanuuf, Yihudaa fi Siilaas isinii ergineerra.