Acts 15:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan barbaachisaa te'e malee, ba'aa dhibii akka isinitti hin feene, Ayyaana Woyyichaa fi nu'utti dansaa teetee mudhatteerti. Kunille:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbu Qulqullofi nuleeni baa d'ibi isani ira kayu imfeenu, waan tolchu malani male:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuura Qulqulloo fi nulleen waan tolchuu malan malee, ba'aa dhibii isan irra kaa'uu hinfeenu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa waaqa tolfama'aa, dhiiga horii ufiin du'eetii fi seebaruu irraa akka fagaattan; ka barbaachisu kana malee fe'aa biraa akka isinitti hin feene nu'uu fi Ayyaanni Woyyuun waan hin eeyyamneef waan kana maraa irraa yoo uf eeddan waan mishaa gootan; nagayaan jiraadhaa'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ciincaa waaqa tolfama'aa, dhiiga horii ufiin du'eetii fi seebaruu irraa akka fagaattan; ka barbaachisu kana malee fe'aa biraa akka isinitti hin feene nuuf Ayyaanni Woyyuun waan hin eeyyamneef waan kana maraa irraa yoo uf eeddan waan mishaa gootan; nagayaan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanniin ka itti aanaan wonittoota barbaachisaa ta'an malee, ka biraa ba'aa ulffaataa isinitti akka hin fe'in, Hafuurri Qulqullu'uu fi nu'llee waan mishaa ta'ee argannee jirra,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan barbaachisaa te'e malee, ba'aa dhibii akka isinitti hin feene, Ayyaana Woyyichaa fi nu'utti dansaa teetee mudhatteerti. Kunille: