Acts 15:29 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
sagalee waaqotaaf dhikaatte hin nyaatina'a; foon horii hudhamee du'ee hin nyaatina'a; dhigaa isaalle hin nyaatina'a; sagaagala irraa fagaadha'a; yoo waan kana duudii irraa ifi eegattane, waan dansaa gootan; nageeyaan jiraadha'a.”
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sagale waan harkaani boch'ani baasani inyaatiina; d'iigafi waan hud'ani ijeesaniifi algalooma lagad'a. Yo isani waan kana ch'ufa lagattani waan dansa tolchitani. Nagayaati taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sagalee waaqoota sobaa ka harkaan bocanii baasan hin nyaatinaa; dhiigaa horii tokkoollee hindhuginaa, foon horii hudhamee du'ee hin nyaatinaa; algalooma lagadhaa; isan yo waan kana cufaa lagattan waan dansaa tolchitan. Nagayaatti taa'aa!”
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
sababaa waaqota harkaan hojjatameetiif qalamu'uutiin nyaata battaaye hin nyaatnaa, dhiiga'llee hin nyaatnaa, foon horii hudhamee du'ee'llee hin nyaatnaa, dhiiga'llee hin nyaatnaa, sagaagala irraa fagaadhaa, wonittoota kanniin mara irraayyuu yoo eeggamittan mishaa ni raawwattan, nagayaan ta'aa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sagalee waaqotaaf dhikaatte hin nyaatina'a; foon horii hudhamee du'ee hin nyaatina'a; dhiiga isaalle hin nyaatina'a; sagaagala irraa fagaadha'a; yoo waan kana duudii irraa ifi eegattane, waan dansaa gootan; nageyaan jiraadha'a.»