Acts 15:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloosii fi Baarnaabaas dhugeeffattoota hedduu woliin te'anee, Jecha Gootta'aa barsiisaa, lallabaalle Anxokiyaa keessa turane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Paulofi Barnabani Antiokia keesa taani, dubbi Aabbo barsiisani nama d'ibi heddu woliini hasaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulosii fi Baarnaabaas Anxokiyaa keessa taanii, nama dhibiilee waliin dubbii Aabboo barsiisanii ammalee haasa'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloosii fi Baarnaabaasillee namoota kaawwan heddu woliin akkasuma dubbii Goofta'aa barsiisa'aa, Dubbii Nagayaa lallaba'aa Anxookiyaa keessa jiraatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloosii fi Baarnaabaasillee namoota kaawwan heddu woliin akkasuma dubbii Goofta'aa barsiisa'aa, Oduu Nagayaa lallaba'aa Anxookiyaa keessa jiraatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulosii fi Barnaabaas'llee kaanniin amanttootaa baayi'ee woliin ta'anii, dubbii Goofta'aa barsiisaatii fi lallaba'aa, guyyoota muraasaaf Axokiyaatti ni turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloosii fi Baarnaabaas dhugeeffattoota hedduu woliin te'anee, Jecha Gootta'aa barsiisaa, lallabaalle Anxokiyaa keessa turane.