Acts 15:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos ammoo, Siilaas filate; dhugeeffattootille badhaadha Gootta'aatitti Phawuloos magannee kennataneen duuba, inni isaan biraa deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegi oboleyaani aka inni eeba Aabbo argatu Waaqa kad'ateefi Pauloni sila fuud'e iti d'aabate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos ammoo Siilaaa fudhatee eegii obboleeyyan dhugeeffatte akka warrii eebba Aabboo argatu Waaqaa kadhateef ka'ee deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos ammo Sillaasiin filate; haga obboleewwan badhaadha Rabbiitiif yaboo kennaniin maayii hin baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos ammoo Sillaasiin filate, obboleewwan badhaadha Rabbiitiif yaboo haga kennaan maayii hin baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos garuu Siilaasiin ni filate, obboleeyyan'llee Phaawulosiin kennaa Gooftaa ka bilisaa titti yaboo eega kennaniiniin duubatti ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos ammoo, Siilaas filate; dhugeeffattootille badhaadha Gootta'aatitti Phawuloos magannee kennataneen duuba, inni isaan biraa deeme.