Acts 15:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantootaa fi jaarsoleen dubbii tana ilaaliisaaf wolitti qabamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ergattufi jaaroleeni wolwoldeete aka waan kana ilaaltu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba ergamtootaa fi jaarroleen waan kana laaluuf walti qabamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergamtoonninii fi manguddoonni waan kana mari'achu'uuf wol gayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ergamtoonninii fi manguddoonni waan kana mari'achu'uuf wolgayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergamittoonnii fi jaarsotiin'llee dhimma kana qorachu'uuf wol ni gayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantootaa fi jaarsoleen dubbii tana ilaaliisaaf wolitti qabamane.