Acts 15:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gadhaa isaanii dhugeeffanna'aan waan qulqulleesseef, nu'uu fi isaan wodhakka'atti garaa garummaa hin goone.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nufi worra gargari inherenne, ammo maro d'ugefacha worraatiifi garaa worra qulqulleese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii nuu fi warra gargarii hinherrennee, ammoo marroo dhugeeffachaa warraatiif garaa warraa qulqulleesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qalbii isaaniillee amanti'iin hennaa qulqulleessu nu'uu fi isaan wol hin caalchifne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qalbii isaaniillee amanta'aan hennaa qulqulleessu nuuf isaan wol hin caalchifne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Onnee isaanii amanti'iin waan qulqulleesseef nu'uu fi isaan jiddu'utti, garaagarummaa woyiituu hin taasfnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gadhaa isaanii dhugeeffanna'aan waan qulqulleesseef, nu'uu fi isaan wodhakka'atti garaa garummaa hin goone.