Acts 16:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qachaa Xiroosiitii hoboloo gudditti'iin kaanee, adoo asii achi hin gorin gara oddoola Samotiraaqe'ee dhandhee, boruyyaa gara qachaa Ne'apholiisitti dabarre.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nu Troa kaane, Samothrake iti qajeelle, boriyya Neapoli geenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan nu hoboloo yaabbannee Xro'aasii kaanee, Saamotraaqootti qajeellee, boriyyaa Ne'apholiis dhumne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xiro'aada'aallee kaanee qajeellee Samootraaqee dhandhe; bariisaa gara Naaphule'ee markabaan deemne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Xiro'aadda'aallee kaanee qajeellee Samootraaqee dhandhe; bariisaa gara Naaphule'ee Markabaan deemne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Xro'aas doonii yaabannee qajeelumaan gara Samotraaqee ni deemnne, guyyaa itti aanutti'llee gara Naaphulee ni deemnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Xiiroosiitii hoboloo gudditti'iin kaanee, adoo asii achi hin gorin gara oddoola Samotiraaqe'ee dhandhee, boruyyaa gara qachaa Ne'apholiisitti dabarre.