Acts 16:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottoti isi'ii, addiin beesee isaan dhaggatanuu akka irraa hatte yennaa hubatane, Phawuloosii fi Siilaas qabanee harkisaa gara badhinna dikko'oo fidanee, worra baallii qabu dura dhikeessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbootiini isii hori duri ira argattu aka d'abdu arginaani Paulofi Sila qabani gabayati hirkisani, jaarole dura geesani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbootiin isii horii durii irraa argattu akka dhabdu arginaan Phaawulosii fi Siilaas qabdee gabayaatti hirkichee, warra biyya bulchu duraatti geessite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftonni isi'ii akka abdii bu'aa ufii dhaban haga argan Phaawuloosii fi Sillaasiin qabanii gara gabaya'aa harkisaniinii,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftonni isi'ii abdii bu'aa ufii akka dhaban haga argan, Phaawuloosii fi Sillaasiin qabanii gara gabaya'aa harkisaniinii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bulchitoonni isii abddii faayidaa ittiin argatan akka isaan jalaa addaan cite yeroo arganitti, Phaawulosii fi Siilaasiin ni qaban, harkisaa'llee gara bakka yaa'ii'ii isaan fidaniiti, muudamttoota duranatti isaan ni dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottoti isi'ii, addiin beesee isaan dhaggatanuu akka irraa hatte yennaa hubatane, Phawuloosii fi Siilaas qabanee harkisaa gara badhinna dikko'oo fidanee, worra baallii qabu dura dhikeessane.