Acts 16:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ximootewos dhugeeffattoota qachaa Lisxira'aatii fi Inqoniiyum keessa jiranu duudii biratti gurra dansaa qabaayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani ta Listrafi Ikonio jirtu, Nama dansa isaani jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ximotewos obboleeyyan dhugeeffatte ta Lisxiraatii fi ta Iqoniiyum jirtu, biraatti nama maqaa dansaa qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaa, obboleewwan Lisxiraanii fi Iqooniyoon jiran ragaa ta'aniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaa, obboleewwan Lisxiraanii fi Iqooniyoon jiran ragaa ta'aniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ximotewos obboleeyyan Lisxiraa fi Iqoniiyumiin jiran biratti, maqaa mishaa qaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ximootewoos dhugeeffattoota qachaa Lisxira'aatii fi Inqoniiyum keessa jiranu duudii biratti gurra dansaa qabaayyu.