Acts 16:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qondaaltota worra Rooma'aa duratti isaan fidanee, “Jarri tun Yihudoota; isaan qachaa keenna raasiisatti jiran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara dubbi murutini d'ufani himatani waan jed'ani, worri kunini Yahudi guddo dira keenna kana yakuu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra Roomaa ka dubbii murutiin dhufanii, “Jarii Yihudii kunin guddoo dira keenna kana yakkuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bulchoota afo'otti dhiyeessanii, «Namoonni kunniin Yihuudota ta'anii qachaa keenna guddisanii raasa'aaran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
bulchoota afo'otti dhiyeessaniin, «Namoonni kunniin Yihuudota ta'anii qachaa keenna guddisanii raasa'aaran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara aangoo qabeeyyii worra Roomaa'llee isaan fidaniiti akkana ni jedhan, «Namoonni kunniin worra Yihudotaati, magaalaa keennatti'llee jeeqama ni kaasan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltota worra Rooma'aa duratti isaan fidanee, «Jarri tun Yihudoota; isaan qachaa keenna raasiisatti jiran.