Acts 16:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan aadaa nu worri Rooma'aa fudhatiisaaf yookiin hujiisaaf seeraan ala te'e nu barsiisan” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aada nu gochiti Rumi d'agayu himmalini yokhaani guutu himmalini nu barsiisa jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee aadaa nu gochitii Roomaa dhaga'uu hinmalin yokaan guutuu hinmalin nu barsiisa” jedhanii himantan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu namoota Rooma'aa waan taaneef waan akka goonuuf nuuf hin eeyyamamne dubbatan» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu namoota Rooma'aa waan taaneef, fudhannee akka goonuuf waan nuuf hin eeyyamamne dubbatan» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
nu'u lammiiwwan Roomaa fudhachuuf yookiin raawwatamu'uuf waan hin eeyyamin, naamusa ni barsiisan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan aadaa nu worri Rooma'aa fudhatiisaaf yookiin hujiisaaf seeraan ala te'e nu barsiisan» jedhane.