Acts 16:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka malee dikamaneen duuba gara mana hidha'aa galchisiisane; achitti jabeessee akka isaan eeguuf, eeddicha mana hidha'aa ajajane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi lichooni guddo worra d'aanani, mana hid'aansa keesa worra buusani, gudda mana hid'aansatiini, Aka dansa worra kana qorqorad'a jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii lichoon guddoo warra dhaanani, mana hidhaatti warra naqanii, nama mana hidhaa eeguun, “Akka dansaa warra kana qorqoraadhu” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga guddisanii isaan tumaniin maayii gara mana hidha'aa isaan galchan; ka mana hidha'aa eegullee sirri'itti akka eegu ajajaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guddisanii haga isaan tumaniin maayii gara mana hidha'aa isaan galchan; ka mana hidha'aa eegullee sirri'itti akka eegu ajajaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baay'ee eega isaan dhaananiin duubatti'llee, gara mana hidhaa isaan ni galchan, wordiyyaan mana hidhaa'llee ciminnaan akka isaan eeguuf ni ajajame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka malee dikamaneen duuba gara mana hidha'aa galchisiisane; achitti jabeessee akka isaan eeguuf, eeddicha mana hidha'aa ajajane.