Acts 16:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eeddichi ajaja kana fudhateen duuba, kolloo mana hidha'aa ta keessaatitti isaan galchee, miila isaanii jirma ulfaataa lama wodhakka'atti jabeessee hidhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni seera kana d'ageennaani dinqa mana keesa worra naqe, miila worraa jabeese mukhati hid'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii seera kana dhageennaan dinqa manaa keessa warra naqee, miila warraa jabeessee mukaatti hidhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee ajaja kana fudhatee gara mana hidha'aa ka keessaatitti isaan galchee, luka isaanii gudeelcha lamaan jiddu'utti galchanii hidhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee ajaja kana fudhatee gara mana hidhaa keessaatitti isaan galchee, luka isaanii guddeelcha jiddu'utti galchanii hidhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wordiyyichi'llee ajaja kana eega fudhateen duubatti, gara kutaa mana hidhaa keessa isaan ni aseensise, miila isaanii'llee gudeelchaa fi gudeelcha jidduu aseensisee isaan ni hidhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eeddichi ajaja kana fudhateen duuba, kolloo mana hidha'aa ta keessaatitti isaan galchee, miila isaanii jirma ulfaataa lama wodhakka'atti jabeessee hidhe.