Acts 16:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa kana namichi mana hidha'aa eegu, ifa fichisiifatee gara mana hidha'aa ol seenee, rorommaa miila Phawuloosiitii fi Siilaasititti jige.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni, Ifseeni kooti nama tokooni jed'e, mana keesa ch'ee, holate miila Paulotiifi ka Sila jalati jige.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii “Ibseen naa koottaa!” jedhee, mana keessa olcee, hollatee miila Phaawulosii fi Siilaasii duraatti jige.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kana eedduun balbala eegu ibsaa kadhatee gara keessaa ol fiigee hollata'aa Phaawuloosii fi Sillaasiin afo'otti kufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ibsaa kadhatee gara keessaa ol fiigee hollata'aa Phaawuloosii fi Sillaasiin afo'otti kufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kana woriddiyyichi ibisaa fichisiisee, fiigaa gara keessaa ni aseene, hollataa'llee, miila Phaawulosii fi Siilaasii jalatti, kallachaan ni jige.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa kana namichi mana hidha'aa eegu, ifa fichisiifatee gara mana hidha'aa ol seenee, rorommaa miila Phawuloosiitii fi Siilaasititti jige.