Acts 16:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Goottaa Yesuusitti dhugeeffadhu; ati hin fayyita; maatiin teetille hin fayyiti” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Aabbo Yeso d'ugefad'u, duuba imbaafamta, worra kanke ch'ufa woliini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii deebiseefii, “Aabboo Yesusiitti dhugeeffadhu, duuba warra kankee cufaa waliin inbaafamtaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Gooftaa Yesuus Kiristoositti amani atii fi maatiin mana keetiillee hin fayyitanii» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Gooftaa Yesuus Kiristoositti amani atii fi maatiin mana keetiillee hin fayyitanii» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Gooftaa Yesusitti amani, ni fayyita, maatiin kee'llee ni fayyan» isaan jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Goottaa Yesuusitti dhugeeffadhu; ati hin fayyita; maatiin teetille hin fayyiti» jedhane.