Acts 16:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Boruyyaa ganama qondaaltoti worra Rooma'aa, “Jara san gad dhiisi!” jedhanee namicha mana hidha'aa eegutti akka himanuuf Poolisoota itti ergane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariinaani, jaaroleeni dubbi murtu gugurdooni taani askarti iti ergite waan jetteeni, Jara suni gadi lakisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii bariinaan, warrii Roomaa guguruddaan dubbii muru kaan, akka warrii waraanaa dhaqee “Jara sun gadi dhiisi! Jedhan” jedhee namicha mana hidhaa eeguutti himu itti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga lafti bariite bulchoonni, «Namoota sanniin hiikaa'a!» jedhanii garboota ufii ergan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga lafti bariite bulchoonni, «Namoota sanniin hiikaa'a!» jedhanii garboota ufii ergan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo bari'etti'llee namoonni worra Yihudotaa ka aangoo qaban, «Namoonni sunniin gad haa dhiifaman» jedhanii, poolisota ni ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa ganama qondaaltoti worra Rooma'aa, «Jara san gad dhiisi!» jedhanee namicha mana hidha'aa eegutti akka himanuuf Poolisoota itti ergane.