Acts 16:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre namichi mana hidha'aa eegu, “Qondaaltoti worra Rooma'aa akka isin gad lakkiffantanu nutti erganeeran; tanaaf gad baya'aatii nageyaan deema'a” jedhee Phawuloositti hime.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddaani mana hid'aansa dubbi tana Pauloti hime waan jed'eeni, jari dubbi muru ya nama erge yaa isaniini jed'e, tanaafi amma kakaa nagayaani yaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namichii mana hidhaa eegu kaan dubbii taan Phaawulosiitti himee, “Jarii Roomaa ka dubbii muru ya akka gad isan dhiisan nama nutti ergee, tanaaf amma ka'aa nagaan yaa'a” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eedduun mana hidha'aa, «Akka hiikkamtan bulchoonni nama erganiiru; eeganaa amma baya'aatii nagayaan deemaa'a» jedhee dubbii kana Phaawuloositti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeduun mana hidha'aa «Akka hiikkamtan bulchoonni nama erganiiru; eeganaa amma baya'aatii nagayaan deemaa'a» jedhee dubbii kana Phaawuloositti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wordiyyaan mana hidha'aa'llee, «Isin akka gad dhiifamittaniif namoonni aangoo qaban nama erganii jiraniitii, eegaa bayaa'aatii nagayaan deemaa» jechuun, Phaawulostti ni dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namichi mana hidha'aa eegu, «Qondaaltoti worra Rooma'aa akka isin gad lakkifantanu nutti erganeeran; tanaaf gad baya'aatii nageyaan deema'a» jedhee Phawuloositti hime.