Acts 16:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Poolisooti waan kana qondaaltota worra Rooma'aatitti himane; qondaaltoti worra Rooma'aalle Phawuloosii fi Siilaas worra Rooma'aa akka te'ane yennaa dhage'ane sodaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari gugurdaani askarti dubbi tana jara dubbi muruti himnaani, aka worri gosa Rumi d'ageennaani guddo sodaatani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii waraanaa dubbii taan warra Roomaa ka dubbii muruutti himnaan, warrii Roomaa ka dubbii muru kaan, akka Phaawulosii fi Siilaas gosa Roomaa dhageennaan guddoo sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboonni isaallee waan kana bulchootatti himan. Isaan namoota Rooma'aa ta'uu isaanii hennaa dhagayan, sodaatanii dhufanii isaan kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garboonni isaallee waan kana bulchootatti himan. Isaan namoota Rooma'aa ta'uu isaanii hennaa dhagayan, sodaataniitti dhufanii isaan kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Poolisonni'llee waan kana namoota aangoo qabanitti ni dubbatan, kanaaf worri aangoo qaban sunniin'llee, Phaawulosii fi Siilaas lammiiwwan biyya Roomaa ta'uu isaanii yeroo beekanitti, ni sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Poolisooti waan kana qondaaltota worra Rooma'aatitti himane; qondaaltoti worra Rooma'aalle Phawuloosii fi Siilaas worra Rooma'aa akka te'ane yennaa dhage'ane sodaatane.