Acts 16:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf dhufanee araara isaan gaafatanee, mana hidha'aa keessaa isaan baasane; qachaa keessalle'ee akka bayanuuf kadhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'ufani araarama kad'atani. Jennaani diidati baasani, aka worri dira suni keesaa yau kad'atani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf dhufanii araarama kadhatan. Jennaan diidaatti yaasanii, akka warrii dira sun keessaa yaa'u kadhatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana hidha'aatii isaan baasanii qachaa san keessaa akka bayan isaan kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mana hidha'aatii isaan baasanii qachaa san keessaa akka bayan isaan kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf dhufanii dhiifama isaan gaafataniiti, mana hidhaatii isaan ni baasan, magaalaa'llee akka deemaniif isaan ni kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf dhufanee araara isaan gaafatanee, mana hidha'aa keessaa isaan baasane; qachaa keessalle'ee akka bayanuuf kadhatane.