Acts 16:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan qachoota keessa yennaa dabaranu, murtee ergantootaa fi jaarsoleen Yerusaalem keessatti muraneef dhugeeffattooti akka ajajamanu itti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dira ch'ufa keesa yayae aada seera ergattufi jaaroleeni Yerusalemuti murte, gumi iti kenne, Guuta jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dira cufaa keessa yayaa'ee aadaa seera ergamtootaa fi jaarroleen Yerusaalemitti murtee, gumiitti kennee, akka jabeessanii eegan gorse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa qachoota keessa deddeeman ergamtoonninii fi manguddoonni Yerusaalemiin jiran seera muratan akka eegan isaanii kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa qachoota keessa deddeeman ergamoonninii fi manguddoonni Yerusaalemiin jiran seera muratan akka eegan isaanii kennan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulosii fi Siilaas magaalaa mara keessan yoo dabrran, ergamittoota Yerusaalemiin jiranii fi jaarsoti'iin danbbii murttaaye amantootatti ni beekisisan turan, hujii irra akka oolichaniif'llee isaan ni yaadachiisan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qachoota keessa yennaa dabaranu, murtee ergantootaa fi jaarsoleen Yerusaalem keessatti muraneef dhugeeffattooti akka ajajamanu itti himane.