Acts 16:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre wolde'ooti Kiristaanaa dhugeeffanna'aan jajjabaatanee, guyyuma guyya'aan laakkossaan heddatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi gumiini Waaqa d'ugefacha keesa jajabaatte guyya ch'ufa heddatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf gumiin Waaqaa dhugeeffachaan jajjabaattee, guyyaa cufaa ittuma ida'amaa heddatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woldoonni Kiristaanaa amanti'iin jabaatan. Laakkobsi isaanii guyya guyya'aan eda'ama'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woldoonni Kiristaanaa amanta'aan jabaatan. Laakkofsi isaanii guyya guyya'aan eda'ama'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf woldayoonni amanitiin ni jabaatan, laakkofssi isaanii'llee guyyama guyyaan, dabalaa ni deema ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre wolde'ooti Kiristaanaa dhugeeffanna'aan jajjabaatanee, guyyuma guyya'aan laakkossaan heddatane.