Acts 16:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloosii fi Siilaas lafa Asiya'aatitti Jecha Waaqaa akka hin lallanne Ayyaanni Woyyichi waan dhooggeef lafa Firiigiya'aatii fi Galaatiya'aa keessaa dabaranee deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Frigiafi Galatia keesa dabre, jennaani Lubbuuni Qulqullooni aka worri Asia keesa dubbi suni inhaasoomne worrati himte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Hafuurii Qulqlluoon akka Asiyaa keessatti dubbii sun hinhaasoomne isaan dhowwee jennaan, Friigiyaa fi Galaatiyaa keessa dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiya'attillee dubbii Rabbii akka hin dubbanne Ayyaanni Woyyuun waan isaan dhooggeef Firgiya'aa fi biyya Galaatiya'aa keessa lufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiya'attillee dubbii Rabbii akka hin dubbanne Ayyaanni Woyyuun waan isaan dhooggeef Firgiiya'aa fi biyya Galaatiya'aa keessa lufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos fi Siilaas Isiya'atti dubbii Waaqaa akka hin dubbanneef Hafuurri Qulqulluun waan isaan dhoogeef, biyya Firigiyaa fi Galaatiyaa, dabrranii ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloosii fi Siilaas lafa Asiya'aatitti Jecha Waaqaa akka hin lallanne Ayyaanni Woyyichi waan dhooggeef lafa Firiigiya'aatii fi Galaatiya'aa keessa dabaranee deemane.