Acts 16:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa fuullee lafa Misiyaasii geyane godina lafa Bitaaniya'aa, dhaqiisaaf wodhaanane. Ayyaanni Yesuusii ammoo isaaniif hin eeyyanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Misia geennaani Bithiniati dabru fed'e, ammo Lubbuuni Yeso worraa d'owarte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Miisiyaa geennaan Bitiinyaatti dabruu fedhee, hafuurii Yesus ammoo achi dhaquu warra dhowwe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kolba Misiya'aatiin gayan gara Bitaaniya'aa deemu'uuf yaalan Ayyaanni Yesuusii isaan hin hoffolchine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Kolba Misiya'aatiin gayan gara Bitaaniya'aa deemu'uuf yaalan, Ayyaanni Yesuusii isaan hin hoffolchine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara daangaa biyya Misiyaa yeroo gayanitti, gara biyya Bitaaniyaa deemuuf yaadanii turan, garuu Hafuurri Yesusii garasi akka deemaniif isaanii hin eeyyamnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa fuullee lafa Misiyaasii geyane godina lafa Bitaaniya'aa, dhaqiisaaf wodhaanane. Ayyaanni Yesuusii ammoo isaaniif hin eeyyanne.