Acts 16:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan lafa Misiyaasii keessa dabaranee, gara Xiroosii gad bu'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Misia bira bahe dabre Troati gadibue.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warrii Miisiyaa bira yaa'ee dabree Xro'aasitti gadbu'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cinaa Misiya'aatiin lufanii gara Xiro'aada'aa bu'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cinaa misiya'aatiin lufanii gara Xiro'aadda'aa bu'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf karaa Miisiya'aatiin dabrranii, gara Xro'aasiitiin ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan lafa Misiyaasii keessa dabaranee, gara Xiiroosii gad bu'ane.