Acts 17:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloosii fi siilaas qachoota Amfiipholiisiitii fi Apholoniya'aa keessa dabaranee, gara qachaa Tasaloonqe'ee dhaqane; achi manni waaqonfannaa Yihudootaa jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi worri Amfipolifi Apolinia keesa dabrani, Thesalonike d'ufani, fulla mani Waaqa iti kad'atani ka Yahudi jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulosii fi Siilaasi eegii Amfiipholiisii fi Apholonyaa keessa dabranii, dira Tasaloniiqee, fulaa mana warrii Yihudii Waaqaa itti kadhatu dhufan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloosii fi Sillaas Anfiiphoolii fi Aphooloniyaa keessa lufanii gara Tasolonqe'ee deeman. Achi mana sagada Yihuudotaatitu ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anfiiphoolii fi Aphooloniyaallee haga lufaniin maayii gara Tasolonqe'ee dhufan. Achi mana sagada Yihuudotaatitu jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulosii fi Siilaas Amfiipholiisii fi Apholonyaan dabrranii, gara Tasaloonqee ni deeman, achi'llee bakka wolgayii Yihudotaatitu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloosii fi siilaas qachoota Amfiipholiisiitii fi Apholoniya'aa keessa dabaranee, gara qachaa Tasalonqe'ee dhaqane; achi manni waaqonfannaa Yihudootaa jiraayyu.