Acts 17:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Halkanuma san dhugeeffattooti, Phawuloosii fi Siilaas gara qachaa Beriya'aa ergane. Isaan yennaa achi geyane mana waaqeffanna Yihudootaa dhaqane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu oboleyaani Paulofi Sila halkaniini haga Beroya ergite. Worri d'umnaani mana Waaqa iti kad'atani ka Yahudi olduude.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Halkanuma sun obboleeyyan dhugeeffate Phaawulosii fi Siilaas gara Beriyaa ergite; warrii dhumnaan mana waldeennaa ka Yihudii dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san obboleewwan Phaawuloosii fi Sillaasiin halkaniin gara Beeriya'aa isaan ergan; hennaa achi gayanillee gara mana sagada Yihuudi'ii seenan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yomasan obboleewwan Phaawuloosii fi Sillaasiin halkanniin gara Beeriya'aa isaan erganiin, hennaa achi gayanillee gara mana sagada Yihuudi'ii seenan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleeyyan dadafaan Phaawulosii fi Siilaasiin halkaniin, gara biyya Beeriyaa akka deeman ni taasise, achi'llee yeroo gayanitti, gara bakka wolgayii Yihudotaa ni aseenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkanuma san dhugeeffattooti, Phawuloosii fi Siilaas gara qachaa Beeriya'aa ergane. Isaan yennaa achi geyane mana waaqonfannaa Yihudootaa dhaqane.