Acts 17:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoosuma dhugeeffattooti Phawuloos gara irga abbaayaa gudditti'ii ergane; Siilaasii fi Ximootewos ammoo qachuma Beriya'aatitti hafane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu oboleyaani Paulo gara galaana ergite, ammo Silafi Timotheoni achumati hafani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan yoma sun obbooleeyyan dhugeeffate Phaawulos gara galaanaa ergitee, Siilaasii fi Ximotewos ammoo achumaatti hafan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san obboleewwan Phaawuloosiin yoosuu haga galaanaa akka deemu ergan. Sillaasii fi Ximootewoosillee achitti hafan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san obboleewwan yomasan Phaawuloosiin haga galaanaa akka deemu ergan. Sillaasii fi Xiimotewoosillee achitti hafan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kana obboleeyyan gara maddii garba ciisaa akka deemu ni taasisan, Siilaasii fi Ximotewos garuu achuma, Beeriyatti ni hafan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoosuma dhugeeffattooti Phawuloos gara irga abbaaya'aa ergane; Siilaasii fi Ximootewoos ammoo qachuma Beriya'aatitti hafane.