Acts 17:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos akkuma yennaa mara godhu mana waaqoffannaa Yihudootaa seenee, Sanbata sadi marroo Barreeffama Woyyichaa isaan woliin dubbate;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni akuma aada ufi jiddu worraa seene, guyya Sabato sadii waan dubbi Waaqa worra woliini hasae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos akkuma amala isaa jiddu warraa seenee, guyyaa Sambataa sadii waan dubbii Waaqaa warra waliin haasa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloos akkuma aadeeffate mana sagada Yihuudotaa seenee Sambata sadihiif kitaabbilee woyyuu irraa dubbisa'aa isaan hubachiisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos akkuma barate gara isaanii seene haga Sambataa sadihiitiif isaan woliin kitaaba keessaa eera'aa hima'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos'llee akkuma barate gara bakka wolgayii isaanii ni aseene, Sanbbattan sadihiif'llee wolitti aanssee, kitaabban Qulqulluu keessaa tuqa'aa, ummata ni hubachiisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos akkuma yennaa mara godhu mana waaqonfannaa Yihudootaa seenee, Sanbata sad marroo Barreeffama Woyyichaa isaan woliin dubbate;