Acts 17:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni ati jettuun dhageenne gariin haareya nutti teeteerti. Tanaaf wonni kun maan akka teete beekuu barbaanna” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini dubbi mama nuti odeesita, tanaafi nu waan kana d'agayu feena jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin dubbii mamaa nutti odeesitaa, tanaaf nu waan kana dhaga'u feena” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa wonti kun maal akka ta'e beekuu feena» jedhanii gara hulee Ariyoosfagoos jedhamuu fidaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa wonti kun maal akka ta'e beekuu feena» jedhanii gara hulee Ariyoosfagoos jedhamuu fidaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan haarawa tokko tokko nu dhageesifttee jirta, kanaaf wonittoonni kunniin maal akka ta'an, beekuuf ni barbaanna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni ati jettuun dhageenne gariin haareya nutti teeteerti. Tanaaf wonni kun maan akka teete beekuu barbaanna» jedhaneen.