Acts 17:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos kora mura'aa ka gaara Aariyophaagosii dura dhaabbatee, “Worra Ateena'aa, isin karaa maraanuu namoota dhugeeffanna'aa akka teetane dhaggeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pauloni fulla Areopago ejate waan biyyaani jed'e, Worra Athene, aka isani guddo waan Waaqa hereddani yayu arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos kora Aariyophaagos taa'uu dura ejjee biyyaan, “Warra Ateenaa, akka isan guddoo waan Waaqaa herreddan yaayyu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Phaawuloos wol geettii Ariyoosfaagoositti isaan jidduu dhaabatee akkana jedhe, «Namoota Ateena'aa! isin waa maraanuu akka guddiftanii waaqolee tolfamaa sodaattan arga'aara.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos wolgeettii Ariyoosfaagoositti isaan jidduu dhaabatee akkana jedhe, «Namoota Ateena'aa isin waa maraanuu Waaqolee tolfamaa guddiftanii akka sodaattan hin arga'aara.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Phaawulos yaa'ii Aariyophaagostti wol gaye durana dhabateeti, akkana ni jedhe, «Yaa namoota Ateenaa! Gara maraanuu haalaan amantii ka qabddan ta'oo keessan hubadhee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos kora mura'aa ka gaara Aariyophaagosii dura dhaabbatee, «Worra Ateena'aa, isin karaa maraanuu namoota dhugeeffanna'aa akka teetane dhaggeera.