Acts 17:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi biyya lafaatii fi waan isii keessa jiru mara dade, Goottaan ol-gubba'aatii fi lafaa, galma harka namatiin ijaarame keessa hin le'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi, ka lafafi waan keesa jira ch'ufa uume, waan inni Abba gubbafi lafa taheefi, mana harki nama ijaare keesa intau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii, ka lafaa fi waan keessa jiraa cufaa uume, innii waan Abbaa lafaa fi gubbaa ta'eef, mana harkii namaa jaare keessa hintaa'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa adunya'aa fi waan adunyaa keessa jiru maraa uume, inni Gooftaa ardi'ii fi sami'ii waan ta'eef, mana woyyuu harka namaatiin ijaarame keessa hin jiraatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waaqa adunya'aa fi waan adunyaa keessa jiru maraa uume, inni Gooftaa ardi'ii fi sami'ii waan ta'eef, mana woyyuu ka harka namaatiin ijaarame keessa hin jiraatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni biyya lafaatii fi biyya lafaa irra ka jiru mara ka uume, Gooftaa sami'ii fi arddi'iit'lle'e, Inni mana waaqeffanna'aa ka harka namaatiin ijaarame keessa hin jiraatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi biyya lafaatii fi waan isii keessa jiru mara dade, Goottaan ol-gubba'aatii fi lafaa, galma harka namaatiin ijaarame keessa hin le'u.