Acts 17:27 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi akka namooti isa barbaadanee qorqoranee, akka dhagganuuf tana godhe. Te'uu malee Waaqi tokko tokkoo keenna irraa fagoo hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni akasi tolcheefi, aka Waaqa barbaadani aka sila isa argani beekhani. Ammo inni nu tokole iraa fago injiru;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii innii akkasi tolcheef, akka Waaqaa barbaadanii fi akka silaa isa arganii beekan. Ammallee innii nuu cufaa irraa fago hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni wonti waan kana godheef maal laataa namoonni qoratu'uun yoo ka Rabbiin arganii jedheeti; yoo kanallee ta'e inni ka nu maraa irraa fagaatee miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee wonitti raawwateef namoonni Gooftaa akka barbaadanii fi qorachuun'llee barbaadanii, isa arggachu'uuf akka dandda'aniif, ta'u'llee inni nu'u, tokko tokkoo keenna irraa, fago'o jechuu miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akka namooti isa barbaadanee qorqoranee, akka dhagganuuf tana godhe. Te'uu malee Waaqi tokko tokkoo keenna irraa fagoo hin jiru.