Acts 17:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti isaan jiruu dhagganna; isaan tachoona; isaan leena. Isin keessaa worri weeddisu akkuma jedhu, ‘Nuutille ijoollee isaa ti’.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma nami toko jed'e, Nu isa keesa yaane teteenne jireenna arganna. Akuma namichi keesani toko sirba keesa jed'e, nu ijoolle isaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu isaan chochoonee, teteennee, jireenna arganna. Akkuma warrii keessan tokko sirba keessa jedhee, ‘Nu ijoollee isaati.’ ”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa worri weeddisuu beekan gari gariin akkasuma, ‹Nullee firoota isaati› jedhanii akkuma dubbatan, isaan jiraattota waan taaneef hin sosochoona; hin jiraannalle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa worri weeddisuu beekan gari gariin akkasuma, ‹Nullee firoota isaati› jedhanii akkuma dubbatan, isaan jiraattota waan taaneef, hin sosochoona hin jiraannalle'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Jireenna ka arggannuu fi ka sosochoonuun, ka jiraannuun'llee isaan› kun'llee weedifttoota keessan, ‹Nu marri keennaa ijoollee isaati› akkuma jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti isaan jiruu dhagganna; isaan tachoona; isaan leena. Isin keessaa worri weeddisu akkuma jedhu, ‹Nuutille ijoollee isaa ti›.