Acts 17:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti eega ijoollee Waaqaa teene ‘Waaqi fakkii worqii irraa yookiin meetii irraa yookiin dhakaa irraa hojjatame fakkaata’ jennee yaaduu hin qannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nu ijoolle isaa taaneefi, waan Waaqi aka worqi yokhaani aka saldaqa yokhaani aka d'akha nami harkaani boch'u jiru nu sehu himmalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Duuba nu waan ijoollee isaa taaneef, waan Waaqii akka warqii yokaan akka saldaqaa yokaan akka dhakaa namii harkaan bocuu jiru sehuu hinmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa nu firoota Rabbii yoo taane, ‹Waaqa fakii worqi'ii, yookaan birrii, yookaan dhagaa irraa yaada ogummaa namaatiin hojjatame fakkaata› jennee yaaduu nu hin barbaachisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa nu firoota Rabbii yoo taane, ‹Waaqa fakii worqi'ii yookiin birrii yookiin dhagaa irraa yaada ogummaa namaatiin hojjatame fakkaata› jennee yaaduu nu hin barbaachisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa nu'u ijoollee isaa eega taane, ‹Waaqinni ogumma'aa fi yaada namaatiin worqqii irraa yookiin meeta, yookiin bocaa dhagaa irraa ka hojjatame ni fakkaata› jennee yaaduun, nurraa hin malu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nuuti eega ijoollee Waaqaa teene ‹Waaqi fakkii worqii irraa yookiin meetii irraa yookiin dhakaa irraa hojjatame fakkaata› jennee yaaduu hin qannu.