Acts 17:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni karaa nama filateetiin, biyya lafaa maratti guyyaa itti muru murteesseera; nama filate san du'aa kaasiisan, waan kana nama maraaf mirkaneesseera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ya guyya tolfate, aka nama lafa jiru ch'ufa d'ugaani qoru, nama inni fohateeni. Inni ya nama kana duisa keesaa kaase, waan kana kara kanaani nama ch'ufaa d'ugeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii guyyaa nama foohate suniin, biyya lafaa cufaa dhugaan itti muru, ya tolfate. Innii ya nama foohate kana du'a keessaa kaassee, waan kana karaa kanaan nama cufaa dhugeesse” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan haaganaa qabeeruuf guyyaa san harka nama qopheessee saniin adunyaa irratti qajeellumma'aan murteessu'uuf ta'a. Kanaafuu worra du'e keessaa isa kaasu'uun maraa mirkaneesseera»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni haaganaa waan qabeeruuf guyyaa san harka nama qopheessee saniin adunyaa irratti qajeellumma'aan murteessu'uuf ta'a. Kanaafuu worra du'e keessaa isa kaasu'uun maraa mirkaneesseera»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
karaa nama inni filateetiin biyya lafaa mara irratti dhuga'aan guyyaa itti murtteessu muree jira, kana'llee maraafuu ka mirkkaneesse nama filate san du'aa kaasuu isaatiin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni karaa nama filateetiin, biyya lafaa maratti guyyaa itti muru murteesseera; nama filate san du'aa kaasiisaan, waan kana nama maraaf mirkaneesseera» jedhe.