Acts 17:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloos marroo du'aa ka'iisaa dubbatuun yennaa dhage'ane, worri gariin itti murge; worri dhibiin ammoo, “Nuuti marroo waan kanaa ammalle si irraa hin dhageenna” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan duisa keesaa kaiti d'ageennaani, nami gari goyeese, ka gari, Waan kana guyya d'ibi iti deebine sira d'ageenna jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan du'a keessaa ka'iitii ka Phaawulos dubbate dhageennaan, namii garii gooyyeessee, ka garii, “Waan kana guyyaa dhibii itti deebinee sirraa dhageenna” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa waan worra du'aa ka'uu dhagayan gariin isatti baldan, gariin ammoo «Waan kana hennaa biraa si irraa dhageenna» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa waan worra du'aa ka'uu dhagayan, gariin isatti baldan, gariin ammoo «Waan kana hennaa biraa si irraa dhageenna» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Du'aa ka'uun» jecha jedhu yeroo dhagayanitti, tokko tokko itti ni baldan, kuunniin garuu, «Waayee kana yoo dubbatu yeroo ni dhageenna» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloos marroo du'aa ka'iisaa dubbatuun yennaa dhage'ane, worri gariin itti murge; worri dhibiin ammoo, «Nuuti marroo waan kanaa ammalle si irraa hin dhageenna» jedhane.