Acts 17:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumi'ii fi bulchitooti qachaa sanii waan kana yennaa dhage'ane raafamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tanaani dira garagalchani gumifi jara gugurda ch'ufa jarjarsani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii tanaan dira gargalchanii gumii fi jara gugurdaa cufa jarjarsan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bani'ii fi bulchoonni qacha'aa hennaa waan kana dhagayan keessi isaanii booraye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bani'ii fi bulchoonni qacha'aa hennaa waan kana dhagayan keessi isaanii booraye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummataa fi namoonni magaala'aa ka aangoo qaban, kana yeroo dhagayanitti ni jeeqaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumi'ii fi bulchitooti qachaa sanii waan kana yennaa dhage'ane raafamane.