Acts 18:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani si woliin jira; ani qachaa kana keessaa kolbaa hedduu waan qabuuf, eenulle si hubiisaaf hin dande'u” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini si illakisu, wolumaani jirra, nami tokoleeni dandae woma si intolchu, anini nama heddu dira kana keesaa qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin si waliin jiraa, namii tokkoolleen danda'ee homaa si hintolchuu, anin nama hedduu dira kana keessaa qabaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo qachaa tana keessaa banii hedduu waan qabduuf dubbadhu; hin cadhisin» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dubbadhu hin cadhisiin qachaa kana keessaa banii hedduu waan qabuuf» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ani si woliin ni jira, magaalaa kana keessaa namoota baay'ee ni qabaatii, miidhaa sirraan gayuu ka danidda'u eennu'llee hin jiru.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si woliin jira; ani qachaa kana keessaa kolbaa hedduu waan qabuuf, eennulle si hubiisaaf hin dande'u» jedhe.